Raabsaa Kondomii
Raabsaa Kondomii
Akkuma beekamutti kondomii laakteex dhiiraa kan jedhamu dhukkuboota saal-qunnamtiin daddarban kan akka HIV, STIs, caabxuu, fi kaneen birraa ittisuuf kan teeknolojii faayidaa-qabeessa ta’eedha.
Dhiimma murteessaa ta’ee kanaaf, bara 2017 irraa eegalee Wiirtuun Odeeffannoo HIV/AIDS Adaamaa hawaasnii HIVf caalmaan saaxilamaniif raabsaan kondomi gochaa kan turee yoo ta’u yeroo ammaa kana godinoota 3 annaallee 24 keessatti kan raabsaan kondomii raawwachuu jiruudha.
Qaama Hawaasaa Xiyyeeffanaan Kennameef:
- Dubartoota mana bunaa
- Ummata qoricha sammuu Haadochuu Limmodhaan fuudhatan
- Hojjattoota guyyaa fi waarshaalee gurguddo keessa hojjachaa jiraanif
- Ummata dhiiga isaani keessa HIVn jiruu
- Shamarran gaa’ila irraa addaan bahaanifi abbaan mana isaani irraa du’ee
- Shamarran caalmaan saaxilamani fi dubbartoota dargageeyi
Raabsaa Kondomii kan Bara 2013 E.C

Raabsaa Kondomii kan Bara 2014 E.C
