Tajaajila Kennaa Hubannoo Haaraa (CAS)
Tajaajilaa Hubannoo Waqtawaa (Current Awareness Services)
Tajaajilli hubannoo waqtawaa karaa ittin fayyadamtootni wiiirtuuu oddeeffannoo HIV/AIDS Adaamaa oddeeffannoo haara ta’ee ittin argatanidha akkasumas facaatii oddeeffannoo fayyadamtoota biraa gahe haala itti tursisuun beekumsaa qaban irrrattii hubbanoo dabalata akka fidanif tajaajilli kun baay’ee barbachisadha.
Fayyadamtoota keenyaa,
Linkii armaan gadii irrratti cuuqasuun qophiiwaan IEC/BCC wiiirtuuu oddeeffannoo HIV/AIDS Adaamaan maxaanfaman ilaaluun yoo barbadan buufachuun itti fayyadamatti haawasa amaalan jijiramee umuu keessaattiii gahee keessan baha isinin jenna.
- Sirreeffamtoota Seeraa HIVf ni saaxilamu?(Kan Qoopha’ee Afaan Oromoo Fi Ammariffaan Yoo Ta’u.Sirreeffamtni Calmaatti HIVf saatilamuu.kunis akkaata isaan ittin offirraa dhukubaa dadarbaa kana ittisaanidha )
- Jireenya Fayyaaleessaa Jiraachuuf..
- (Kan Qoopha’ee Afaan Oromoo Fi Ammariffaan Yoo ta’u.ijoon isaas haala namootni HIV/AIDS walin jiraatan jireenyaa fayyaa qabeessaa akkamin akka jiraatanidha.
- Qoricha sammuu nama hadoochu limmoodhaan fudhachuun HIVf nu saaxilaa?
Kan Qoopha’ee Afaan Oromoo Fi Ammariffaan Yoo ta’u. barrun kun namooota araada adda adda limmoodhaan fudhaatan kaneen HIV/AIDS calmaattii saaxilamanidha .kunis hubbannoo limmoo akka dhabaanifi akka HIV fi dhukuboota dadarboo biroo irraa akka of ittisaanidha.


